Oduu Haaraya

OROMO!…Dhaamsa Dr. Geetachoo Jigii Dammaksaa Oromoo maraaf dabarse kana dhaggeeffadhaa; waliifis dabarsaa!

Hubadhaa!:
1. Hayyoonni lafuma jiranii,
2. Artistoonni lafuma jiranii
3. Barattoonnis..
4. Barsiisonnis..
5 Loltoonni Oromoofi Oromiyaa
6. Qotee bulaafi daldalaa
7. Abbaan qabeenyaa
8. Barreessaa…
9. Manneen amantaan hundi
10. Diyaaspooraan marti

fi kan dhuguma Oromoon Oromummaasaatti dhalate; waan danda’e maraan yeroo dhumaaf ka’uu qabna. Ciisanii du’uun hinjiru. Qabsoon finiinaa jiru duuba deebi’uu hinqabu; lammii baay’ee dhabneerra. Obboloota keenyarratti duguuginsa sanyii guddaatu ta’aa jira. Hawaasa harka qullaa hiriira nagaa ba’aa jirurratti rasaasa, abidda roobaa jira…adaraa jabaadhaa!!!

https://youtu.be/1lN8F8S26BM

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …