Oduu Haaraya

To all Oromo mass organizations

Caayaa Oromota Sa,udii Arabia.

جالية ابناء اورومو بالمملكة العربية السعودية
Oromo Community in
K.S.A.
================================================================

From Oromo Community In K.S.A.

We, Oromo in Sa,udii Arabia are thank you so muth for all those care us and contribute in such accidental events accured in this region and we thank our indeed fellows all over the world those gave us a great and various support on what we call on you for help.
And we wish for whom those our problems are concerns you , long life , luxury , liberty , freedom and all good succefulness be with you .

Besides this we Oromo in this country are in a danger , so we demand
( need all humanitarian aid ) from Oromo inside or abroad the country or from all humanitarian aid groups all over the world as soon as possible .
Thaking you
Oromo Community in K.S.A.
28\01\2014 Mob: 00966556012256
Enjiner M\Haajii
___________________________________________________________________
جالية أبناء اورومو باالمملكة العربية السعودية Oromo Community In K.S.A P.O.Box 346332Riyad 11381 K.S.A

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …

3 comments

  1. Dhugumattuu Oromonni biyya hundaa rakko keysatti argamuu keysaafuu Enbaayira Ethiiopia keysatti Reebamaa Ajjeefamaa Hidhamaa Biyya Anmbaa keysattiillee biyyota akka jibutii sumaalee kiiniyaa , Ammo Rakkoon Ilmaan Oromoo Biyya Sa,udii keysatti mudachaa jiran hedduu cimaa fii fokkotaadha , gar tokkon motummaa sa,udiin gara kaaniin Embaassii wayyanee fii dabballota wayyaneen miidhaann cimaa fii rakko keysatti argamuun halklanii fii guyyaa hiraar ada addaa keysatti argaman

  2. ان الاوروميون يعانون فى المملكة العربية السعودية لضغوضات نفسية شديدة بسب كونهم اثيوبين لان سمعت الاثيوبين فى السعودية ليست على ما يرام … وهذا بدره اثر على نفسيتهم خاصة للمقيمين منهم وهذا الذى اجبرهم الى ان يهاجروا الى بلد ثالث بحثا للامان

  3. Waan nama dhibuu keysaa Ormota garii kannen Motummaa Wayyaanee waliin hojjatanii ilmaan Oromo tajaajilun ni dandeyama ja,anii yaadaniif Fakkenyaaf Biyya Sadii Arabiyaa Riyaad Haa fudhannu akka fakkenyaatti … Communty Ethiopia tan naanno kanatti argamtu nama 17tu isii hoggana kana keysaa oromon nama lama qabdi . jechuun akka hisaabaatti yo debinee Oromoon fii Qabeenaan yok Harariin sagaleen isaanii wal qixa . Tigreen fii Amaarri fii silxeen fii Guraageen Barcumni isaanii nama hundaa oli . Yeroo dhimma wahiif harka baasuun dhuftu kennen hundi gar tokko bahanii Oromota lameen isaan waliin jiru moggeysan ifaan ifaatti . jara oromo lameen Oromo bakka buneeti jarreen tana waliin hojjanna ja,anirratti shirri addaan hinnne irratti gad geyfama. jira..
    fakkenyaaf Dura Ta,aan Comm\ kanaa nama Oromoti Musxafaa Abdallaa ja,ama Garuu gaaf tokko akkuma rakkon dhunffaa dura ta,aa kana mudatteen hattattammaan walgeyanii nama isaanii itti aanaa yero sanii Obbo Qaasim Mohammed nama ja,amu bakka buufatan .. ka Oromo kaan ka isaan biratti hafee Ee akka itti gaafatamaa Barreysaatti hojjachaa ture
    Obbo Saalah Usmaan nama ja,amu ofitti yaamanii ati yeroo hunda nuuf argamuu waan hin dandenyeef bakka nama bufanneeti jirra akka misenssa tokkotti yoo fete nu waliin hojjadhu ja,anii afaaniin ittii himan

    Inumaahuu ka biraatiimiti ambaassadarri Ethiopia kan Riyaad Dr.Mohammed Hassan Kabiiraa inni Oromoo tahuu qofaaf bakka itti wal geyan hundatti arrabaa fii tuffii isaaf qaban ifatti itti mul.isaa jiran . Yo namni oromo haajamee hajaaf gara Embaassi deemee namni Afaan Oromon isa tajaajilu hin jiru , oromtichi Afaan Amaaraa hin beynee hamma yero ammaatti rakko cimaatu isaan mudachaa jira. … Akka Afaan Arabaatiin waliif hin galle hojjattonni embaassii keysa hojjatan Afaan Arabaa Ni jiraahuu hin dhagenye .bifa Akkanaatiin Oromonni biyya Sa,uditti jiraatan motummaa wayyaanee fii dabballota isitiin tuffatama jiran ka jennef.