#OromoProtests har’a Amajji 6, 2016 jiraattonni Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ada’aa Bargaa, ganda Bakkee bulchaan gandaa tokko ummata hiraarsuu akka dhiisu jaarsotaan itti waywaatanii dadhabnaan mana isaa bifa kanaan daaraa godhan. Mana kana gubuu duratti ilmaaniifi horii hundaa keessaa waan baasaniif lubbuun miidhame hin jiru.
#OromoProtests har'a Amajji 6, 2016 jiraattonni Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ada'aa Bargaa, ganda Bakkee bulchaan gandaa...
Posted by Jawar Mohammed on den 6 januari 2016