ODUU GADDAA–Barataa Miftah Juneeydi Bushraa, kan har’a magaalaa Furdaa, Aaana Baddannoo ( Hararge Baha) keessatti rasaasaan rukutame, lubbuun dabruun oduun amma dhufti ni himti. Miftah akkuma rukutameen gara hospitaal Girawa geeffamuu reefu gabasuun keenya ni yaadatama. Doktoroonni achitti humna kenaayaa oli jedhanii gara Harar ergan. Osoo geeysuuf kararra jiranii aakirame. Rabbiin jannatatti wareegmtoota keenya isa duraatitti haa dabalu.Maatifi waahillan isaa, akkasumas saba isaa lubbuu qaalii inni dabarsee kenneef waaqni jajjabina haa kennuuf.
Check Also
Jijjiiramni Oromoon kumaatamaan itti warageeme kana fakkaata
Ajandaa Mana Marii Nageenya Biyyolessaa (National Security Council/ NSC) Roobii Darbee:Roobii darbe jechuun gaafa Qaammee …