In the following cities and towns such as Finfinnee, Adama, Dire Dawa, Harar, Ambo, Asella, Bishoftu, Chiro, Dembidolo, Fiche, Gimbi, Robe, Goba, Dello Buna, Jimma, …
Read More »#Oromoprotets: the war of ethnic cleansing againest Oromos in Hararge continues.
Here are the some of victims at galamso Hospital. 1,Ibsa Ahmed (died) 2,Ibsa Abduraman 3,The third victim is not identified yet
Read More »#OromoProtests Chiro Hospital is overwhelmed by those wounded in Badessa and Mesela towns.
======== Hospitaalli Ciroo kanneen Masalaafi Baddeessatti madaaayaniin cinqamee wan jiruuf ogeeyyonni fayyaa nuuf dirmadhaa jedhan.
Read More »Guyyaa kaleessaatuu Gondoritti ummanni kumaatamaan tilmaamamu, hedduun isaa qawwee hidhatee bahee osoo waa takka hin tuqamin gale.
Johaar Mohammadiin Ji’oottan saglan dabraniif ummanni Oromoo gaafii mirgaa haqummaan isaa mootummaanuu amane qabatee haala seeraaf heerri biyyattii eeyyamuun falmachaa jiraachuun isaa ni beekma. Yeroo …
Read More »Garaagarummaa gurguddaa hiriirota Oromiyaa fi Gondaritti tahan gidduu jiru:
Booruu Barraaqa Garaagarummaa gurguddaa hiriirota Oromiyaa fi Gondaritti tahan gidduu jiru: 1. Oromoon dallaa sodaa cabsee ji’oota dheeraaf lubbuu isaa wareeguudhaan warra Gondariif fakkeenya tahe. …
Read More »#OromoProtests The regime in Awaday today used snipers to shot and kill people.
Protesters say they did not see soldiers confronting them only people getting hit and fall which indicates the regime was using snipers deployed from the …
Read More »#OromoProtests This is Mohammed Ahmed, one of the 26 people who have been shot and wounded in Awaday, East Hararge
Kun reeffa Bayaanee Damshoo kan reefu Awwadaayitti rasaasaan dhayamee amma hospitaal Harar keessatti lubbuun dabarte.
#OromoProtests This is Muaz Abdulhamid, one of the several people who were just show in Awaday, East Hararge
#OromoProtests A total of 26 people have been shot and 6 have died in Awaday
East Hararge today. Most of them were killed by snipers. This is no doubt a well planned attack. The protest itself seems to have …
Read More »