Haala amma irra geenyeen siyaasaan Oromoo fi biyya sanii karaa dhanquu irratti deebitee jirti. Karaan tokko, kan amma qabanne kan wal loluu kun boollatti …
Read More »Shororkeessummaan siyaasa keessatti dhima tokkollee baasee hinbeeku.
Qilee irraa asdeebi’aa (Ezekiel Gebissa irraa) Shororkeessummaan siyaasa keessatti dhima tokkollee baasee hinbeeku. Biyya keenyattis baratamuu hinqabu. Kanaafuu, Dr Dalasaa gad dhiisun waan nama gammachiisudha. …
Read More »Makiinaa (Konkolaataa) dhaabaa fiduufiin Asmaraatti deebi’e
https://www.facebook.com/birragemedi/videos/538549506629894/?t=0
Read More »Jechoota Koompitaraa Afaan Oromootti kan hiikame..
Abduljabbaar MohammedFölj 11 november 2017 Jechoota Koompitaraa Afaan Oromootti kan hiikame– warrii koompitar qabdan ykn bitachuuf qophooftan hiikkaaansaa baayyee isin fayyadaa share godhaa namoonni baayyeen …
Read More »Hayyu duraa garee Shanee ABO “2016 Biyyiti akka Suuriyaa taati!”
BO 1991 Itti hin qophoofne! ABO 2016 Biyyiti akka Suuriyaa taati! ABO 2018 ???? Nii lollaa ??? – Hawaasni hoo maal jettu?kamituu ABO DHAA ??? …
Read More »Dallaan diinummaa Oromoo gidduutti deebi’ee ijaaramee?
Lammii Beenyaa Baatii sadan har’aa Finfinneen gammachuu keessa turte. Seenaa Oromoo keessatti ta’ee kan hin beekne Oromoon miliyoon jahaa ol ta’u dirree Masqalaatti bahee …
Read More »“Ammas jaallee Daawud Ibsaa dabalatee ummaata kanaaf waliin hojjechuuf fedhii guddaa qabna” Dr. Alamuu Simee Hogganaa Waaj/ODP G/G
======== Itti gaafatamaan waajjira giddu galeessaa ODP Dr. Alamuu Simee haala yeroorratti ibsa kennaniin akka jedhanitti walii galteen ODP fi ABO waliin taasifame karaa keenya …
Read More »Ibsaa garee Shanee ABO, Jalle Dawud Ibsa fii khan ODP. Khuno caqasaa??
https://www.facebook.com/Oromantic/videos/10156651753615491/
Read More »ODPn waliigaltee diige hin qabu-Dr Alamuu Simee
Finfinnee, Muddee 12,2011(FBC)- ODP’n walii galtee diige tokko hin qabu jedhan itti gaafatamaan Waajjira Giddugaleessaa paartichaa Dooktar Alamuu Simee. Dooktar Alamuun ibsa galgala kana …
Read More »ABOn dhimma waliigaltee mootummaa wajjin jiruufi amma ‘cabaa jiru’ jedherratti waajjira dhaabichaa magaalaa Finfinnee, Gullallee argamurraa ibsa kenneera.
https://www.facebook.com/dursa.abadir/videos/2088618144563650/ Ibsi hayyuu duree dhaabichaan kenname waliigaltee dhaaabnisaanii otoo biyyatti hin galiin mootummaa wajjin taasise ibsuun jalqaba. ”ABO fi mootummaan Itoophiyaa injifannoo wareegamaan dhufe kana …
Read More »