Qeeyroo Kamisee; Hin sodaatin malee! | Bilisummaa Online
Oduu Haaraya

Qeeyroo Kamisee; Hin sodaatin malee!

Hin sodaatiin malee Qeerroo Wallo Sagalee Ummata Wallo haa tanuuOromoon bakka jirtuu maratti Itti muda

Posted by Hiin Daganu Yoomu on Friday, March 8, 2019

Mayyuu Muluqqee

Kondominiyeemii. Koyyee Faccee, Galaan, Tullu Diimtuu fi Galaan bulchiinsa GodinaAddaa Oromiyaa gala jiru. Finfinneen seeraan ala ijaarte. Tarkaanfiin sirrii manneenkana godina addaaf dabarsanii akka godinni raabsu gochuu qofa. Raabsaan ammaFinfinneen goote seeraan ala. Namni Finfinneen kenniteef tokkos itti galuu hin danda’u.Mormii lafa finffinnee handhura oromiyaatiif Aanaa #Mayyuu#Muluqqeetti bahamee sagalee dhageessifanne!!!!

Posted by Iddoosaa Dhaddachoo on Thursday, March 7, 2019

Posted by Shemsudin Teha Mohamed on Friday, March 8, 2019

Kofalee

worrii hiriraa arsii lixaa magalaa KOFALE IYYAFATTAN KUNOTII

Posted by Musaa Kofaale on Friday, March 8, 2019

Goobbaa

Goobba

Posted by Shemsudin Teha Mohamed on Friday, March 8, 2019

Hadroomaayaa

Posted by Shemsudin Teha Mohamed on Friday, March 8, 2019

Aawwadaay

Posted by Shemsudin Teha Mohamed on Friday, March 8, 2019

Check Also

toophiyaa 21

Reactions to the Ethiopian conflict

In a sign of growing concern in Washington about the Civil War in Ethiopia, the …