Yeroo ilmaan Oromoo, daa’imni, dhalaan fii manguddoon biyya amba keessatti akka beeyladaatti daandiirrratti ajjeefamaa jiru raadiyoon kijiba kan gareen ODF ofiin jettu waayee dhimma dararaa baqattoota Oromoo kan biyya Saa’uudii keessatti amma mudachaa jiru kana maqaa kaasuun hafee ilmaan Oromoo kan biyyaa rahaa keessa jiran gowwmsuuf xeebu caqasi!!
akka walaala hin dubbatiin.