Oduu Haaraya
usmaayyoo muussaa 2

Rabbi irkannaa, haqa falmannaa ni moona!

Jireenyi walabnii mirga uumamneefii sarbamne hin jennuu!
Tooftaadhaan gabroomnee qabsoon bilisoomnaa kennaa hin eeggannuu!
Fafa gabrummaa baadhannee hin teenyu!
Harqoota gabrummaa hamma ifirraa gannuu!

Dhiigaan injifannee, lafeen dhaaba jaarra!
wareegamuudhaafis baaneeti jirra!

Rabbi irkannaa, haqa falmannaa ni moona!
Irree nuu tahi yaa rabbi, nu moosisii nu walaboomsii!

Hidhaa fi ajjeechaan, hamilee nu cabsee karaa nu hin deebisu!
……………

Gootota Oromoo Usmayyoo Muussaa fi Abdi Qophee seenaan isin yaadatti!

Check Also

ali birraa2

Hangafni Artistoota Oromoo Dr. Kabajaa Artist Alii Birraa biyya irraa hin galetti godaane.

INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEEYHI RAAJI’UUN Anis Biyyaan Qabaa Biyya Biyya Caaltuu Biyyatoo Oromiyaa Tan …