Saroonni dhufaa jiran!
Oduu Haaraya

Saroonni dhufaa jiran!

shaashamannee3#‎OromoProtests‬ Guyyaa har’aa Gurraandhala 28/2016 konkolataan liyyuu komandoo fee’ee jiru inni pickup 7 fi oraalii tokko gama shashamannee deema jiran suuraa kaana osoo isaan figaa jirani kaasan, Mojoo darbanii jiran kaanaf haawasni keenyaa kan shashamane jirtan akkaa off eydan.. 

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

16

Seenaa OSFNA fii hundeeysitota isaa

OSFNA OSFNA (Oromo Soccer Federation of North America) ja’amee bara 1996 ardii Ameerikaa Kaabaa, biyya …