Oduu Haaraya

Sheek Jamaal Eda’oo Sirna oowwaa fii boonsaan Awwaalaman

 

 

Sheek Jamaal Eda’oo kan da’aawaan ummata isaa biratti beekkaman guyya ar’aa ummanni isaa sirna oowwaa fii haala boonsaan Awwaallate. Rabbi Jannata ol’aanaa isaaniif haakane !! maatii saatii fii ummata Oromoos Sabriif iimaana haa kennu!!

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Jijjiiramni Oromoon kumaatamaan itti warageeme kana fakkaata

Ajandaa Mana Marii Nageenya Biyyolessaa (National Security Council/ NSC) Roobii Darbee:Roobii darbe jechuun gaafa Qaammee …

One comment

  1. Sheeka Keenna rabbiin jannataan ha qananiisu!! Diiniin islaamaa Rabbiin qaba rabbiitu ega

    ahbaash warra dharra rabbiin dachii irraa haballeesu!!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *