Oduu Haaraya

Sheekh Hajjii Ibraahim Tufaa Pirezidaantii Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa tahuun filataman

Manni maree dhimmoota islaamummaa Itiyoophiyaa sanada dambii Ittiin bulmaata. Mana marichaa erga mirkaneessee booda har’a miidiyaaleef ibsa kenneera. Kanumaanis koree hoji raawwachiistuu 15 filachuu yeroofi Ulamoota Fatwaa filateera. Guyyaa har’aa Caamsaa 26, 2022 walgayii hatattamaa Finfinnee, Sharaatanitti taa’een Sheekh Hajjii Ibraahim Pirezidaantii Majlisa Federaalawaa Itoophiyaa tahuun filatanii jiran.

Koreen Hoji Raawwachiistuu kunneenis

1. Sh/Hajjii Ibraahiim(Oromiyaa) Pirezdaant

2. Sh/Abdulkariim Badraddiin (Kibba) I/A Pirezdaantii

3. Sh/Almardii. Abdullaahii (Banii Shangul)

4. Dr.Jeylaan Galataa (Oromiyaa)

5. Sh/Sa’iid Ahmed Musxafaa (Finfinnee)

6. Sh/Abdulaziiz (Soomaalee)

7. Sh/Nuuraddiin Daliil (Hayyuu) Barreessaa

8. Sh/Muhammad Ahmad Yaasin (Affaar)

9. Sh/Muhammad Siraaj (Finfinnee)

10. Sh/Muhammad Awwaloo (Amaaraa)

11. Sh/Ahmad Muhammad Alii(soomaalee)

12. Dr.Jamaal Muhammad (Hayyuu)

13. Sh/Amiin Ibroo (Dirre Dhawaa)

14. Sh/MuhammadAmiin Sayyid Ayyaash (Hararii)

15. Inj. Anuwaar Musxafaa (Hayyuu)

Koree hojiraawwachiiftuu irraa ka’anii fatwaa irra kan kaa’aman.

*************************

1. Muftii Haji Umar

2. Dr. Jeylaan Kadir

3. Sh/Muhammad Haamiddiin

4. Sh/Mannaa’ul Kariim

Check Also

horroo guduruu230614

Haleellaan godina Horroo Guduruu aanaa Amuruutti akkaan hammate jedhu

Godina Horroo Guduruu aanaa Amuruutti, haleellaan hidhatoota faannootiin raawwatamu tibbana akkaan hammaachuufi lubbuun namoota nagaa …