Oduu Haaraya

Sirni Awwaalchaa ABBAA QABSOO OROMOO- JAARRAA ABBAA GADAA

Sirna hoowwaan bakka namni kuma 30000 ol qaamaan irratti argame guyyaa ar’aa bitooteessa 20130308 WATARitti raawwatamee jira. Kanneen miliyoona heddutti lakkaawan immoo kan akka barbaadanitti irraa hirmaachuus tahee fedhiin isaanii hin guutaminiif bakkuma jiranii booyaa akka jiran gabaafame….

Check Also

aafrikaa kibbaa

The Story Of Oromo Slaves Bound For Arabia Who Were Brought To South Africa

Author: Fred Morton (MENAFN– The Conversation) In September 1888, the HMS Osprey serving in the …