Oduu Haaraya

Stop #LiyuPolice Ethnic Cleansing on Oromo

Nagessa Oddo Dube

19 people killed in raid by Somali Liyu police on Borena Oromos of South Oromia of Liban yesterday, the 14th of Feb 2017. The Borenas also killed few in a defense attack and 4 of them were the military force. The officer who commanded the incursions into Guji zone of #Oromia was of Sergeant rank in the Ethiopian Defense Forces. His name is Mohammed Diad Mohammed and his ID is posted here below.

Reports came out that a father and a son were killed on recent raid by Liyu police attack in Southern Oromia, Gujii zone of Borana weredas. The names of the father and son are: 1. Didaa Boruu Qexaalii and 2. Libaan Didaa Boruu. Another report claimed the killings of 4 brothers on a raid. Stay tuned for the names.

=============================================

Weerara guyyaa kaleessaa Liyyuu Poolisiin Godina Gujii Bahaa, Oromoota Booranaa irratti gaggeesseen, Ilmaa fi Abbaan Waraaritotaa Liyuu poolisii Sumalee tiin ajjeefamuun himameera.

Woreegamtota guyyaa kalesaa Godina Gujii, Gandaa Fintoo tti woreegaan keessaa (Abbaafi Ilmaa):
1. Didaa Boruu Qexaalii
2. Libaan Didaa ti keessatti argama. Gama biraatiin obboleewwan 4 woreegamuunille himameera.

Lola Guyyaa kaleessaa gubbatti Ilmaan Oromoo Wreegaman kan maqaan nu dhaqabee:

1. Aliyyii Galgaloo Duuba
2. Kiyaa Didaa Boruu
3. Boruu Bantee Garbii
4. Soraa Dokataa
5. Gojee Diida Galgaloo
6. Boruu Galgaloo Guyyoo
7. Didaa Boruu Qexaalii
8. Libaan Didaa

Ilmaan Oromoo madaa’ani hospitaala keessa jiran

1. Kanuu Kotoola Guyyoo
2. Qaalicha Liibe
3. Xaaxo Boruu
4. Caala Guyyoo
5. Diqaa Liiban
6. Halkanoo Jaatanii
7. Jaldeesa Nuura
8. Diqqaa Boruu
9. Kanaa Soraa
10. Bontore Qoyyee
11. Halkanoo Liiban Gobessa
12. Waariyoo Jaatani
13. Abbaruufa Olka
14. Diida Jaldeesa
15. Liibban Daalacha
16. Turaa Diida
17. Kulule Dooyyoo Guyyoo
18. Iyyaa Godaana
19. Kiyyaa Goolichaa Iddiin
20. Soraa Diida
21. Malicha Godaana
22. Turaa Diida
23. Dhengicha Kana Nuure
akka tahan maddeen nuuf gabaasaniiru .

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Abbaan Seeraa naaf haa jijjiiramu’ waan jedheef qofa adabbii qarshii 500 irratti murteessee jira..

Dabalataan manni murtii guyyaa har’aa Jawaar Mohaammad Abbaan Seeraa naaf haa jijjiiramu’ waan jedheef qofa …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *