Qabsoon ummanni keenya roorroo diina jalaa bilisa ta’ee ulfinnaafi kabajaan jiraatuufi geeggeffamaa ture milkiin isaa bakka gayuu dhabullee injiffannooleen goonffatame kan akka salphatti shalagamuu miti. …
Read More »ODFn Ari’un Wayyaanee ABO jabeessuufi Haaromisuufi carraa haaraya uuma.
Fottoquu fi Oromiyaa walaboomtu ijaaruu jidduu garaagarummaan jiraa?
Abdii Boruutiin* Kaayyoon barruu kiyyaa, hiika jechootni lamaan kun qabani fi garaagarummaa isaaniis ibsuufi miti. Kana warra barumsa fi ogummaa Afaanii fi Saayinsii Polotikaa qabaniif …
Read More »