Baruumsi bu’ura jireenya ilma namaati. Barnoonni bu’ura waa hundaati. Manni barnootaa naannoo kee jiraachuu jechuun carraa guddaadha, keessattuu Univarsitiin ganda kee jiraachuu jachuun hiree ajaa’ibaati. …
Read More »Galmee seenaa: DANDEETTII IJOOLLEEN OROMIYAA WAA DUBBISUUF QABDU
Jawaar Siraaj Muhammad / Hagayya, 2011 Barnoonni, hawaasa kamiifuu bu’ura guddinaati. Hireen barnootaatis mirga namoomaa kan bu’uraa waan taateef namayyuu hiree tana argachuu qaba. Ija …
Read More »Barnoonni bilaasha gama intarneetiin kennamu (MOOCs) qalbii namoota hedduu hawataara
Gosa barnoota kamuu hordofuuf dandeettii, fedhiifi intarneetii qabaachuu qofa gaafata Barnoonni gama intarneetiin kennamu (Massive Online Courses-MOOCs) yeroo dhihoo as hedduu babal’ataatiin kan dhufe. Gama …
Read More »