(Aljazeera) Ethiopians go to the polls for the first time since the death of strongman Meles Zenawi.
Read More »Ilaamn Oromoo Nagaan Afur Rasaasaan Rukutaman
Heerri filannoo Toophiyaa ka ittin nama gowwomsuuf xalayaarra jiru qofa malee waan biraamiti
Dhaamsa Ariifachiisaa Dhimma Filannoo fi Dhimma Hawwaasummaa Uummata Oromoo Irratti!!
Filannoo filannoo filadhaa jedhanii maa nu dorsisuu..
Filannoo Lammii koo gahee kaa barrii shanaan Kan wayyaaneen baraa baraan ittin dhaadataan Barrii shanaan dabrus kan ittii anuu hin dhufaa Bara kana kessaa hoo …
Read More »Dorgommii filannoo Abbaan-murtii Uummata ta’eef filannoowwan jiran hawaasni akka beeku gochuun dirqama miidiyaaleerraa eegamudha: Obbo Abbaa Duulaa Gammadaa
(FBC) Filannoo Biyyaalessaa 5ffaa irratti waltajjii-marii Faanaa Biroodkaastiing Korporeet Boordii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa waliin ta’uun qopheesse geggeeffamaa jira. Waltajjicha haasaan kan banan Af-yaa’iin Mana-maree Bakka-buutota Uummataa …
Read More »Filannoo fi Itoophiyaa (Kutaa 3ffaa)
Duula na filadhaa Duulli na filadhaa kan filannoo 2005/1997 fi kan 2010/2002 wolbira yo qabamu Waaqaa fi lafa. Bara 2005 duula akka fedhanitti gabaa keessatti …
Read More »Tooftaa wal dorgommii filannoo ti moo waan dhugaa hojiirra oolu?
Abdii Boruutiin Barruu gabaabaa kana akkan dhiyeessu kan na godhe, filannoo impaayara Itoophiyaa keessatti ta’uuf deemu ilaalchisee barruu tokko dubbisuu kooti. Barruun dhiyoo …
Read More »