VOA G/D jiraataa Mayyuu Mulluqqee wajjiin haala yeroo ammaa achiti deemaa jiru irraatti taasise June 17, 2013 0 Balaan duguuginsa shanyii wayyaaneen oromoota baha oromiyaa ona Anniyyaa Mayyuu Mulluqqee fii Qumbii irrati raawachaa jirtu itti fufee jira. Linkii armaan gadii kana dhageefadhaa. Gara … Read More » Share Facebook Twitter LinkedIn Pinterest
Baha Oromiyaa; Aanaa Mulluqee mayyuuti namooni kuma heddutti lakkaawan lafa saanirraa buqqifaman May 22, 2013 0 Balaan waayyaaneen Oromoota Harargee bahaa ona anniyyaa irraan geese hammaachaa dhufaa jira. Hamma ammaati furmaani argame tokkolleen hin jiru. Aanaa Mulluqee mayyuuti namooni lafa isaani … Read More » Share Facebook Twitter LinkedIn Pinterest