———————————— -Najiib Zannuun Diinoonni Oromoo takkaa rafanii hin beekan. Kan isaan hirriiba dhabaniif cubbuu fi shira xaxuu,akkasumas ummata Oromoo gandaan addaan qooduuf osoo tattaafataniiti. Diina …
Read More »RSO: Haala hama yeroo Ammaa baqattoota Oromoo Yamanii fii Afrikaa Kibbaaartti raawwatamaa jiru
Gaafiif deebisaa RSO waayee Gochaa suukanneessaa baqattoota Oromoo yeroo ammaa mudachaa jiru …
Read More »Oduu Gaddaa :
Hegeree Oromiyaatin Sabbonaan Oromo Obbo Mohammed Abu Baker Mohammed Hunbannaa Guraandhala 3/2015tti Kiniyaa Magaalaa Naayrobitti Du,aan Addunyaa Kanarraa Boqatee jira. Obbo Mohammed Abu Baker (Maammadeem) …
Read More »Obbo Mohaammad Shelfaa Webo Aakhiraman
Muddee/December 9, 2014, mana yaala magaalaa Seattle(USA) keessatti bakka Obbaleeyyan, firroottan, waahillanii fi hawaasni Oromoo hedduminaan bira dhaabatanitti nagayaan boqote. Obbo Mohaammad Abba isaa Shelfaa Webo fi Haadha isaa …
Read More »Oduu lola naannoo Anniyyaa
Waraanni Ogaden kani Wayyaaneen Liyyuu Poolis jettuu Oromoo Gammoojjii Anniyyaa weeyrare. Oduun naannoo Qumbii qubsuma Oromoo Anniyyaatii baatu akka mirkaneeysitutti, hidhattoonni Liyyuu Poolis kani Wayyaneen …
Read More »