Gara:
ð Hawaasoota Oromoo
ð Misensoota Tokkummaa Barattoota Oromoo Biyaa Jarmanii
ð Jaarmayoole Siyaasa Oromoo Biyyaa Jarmanii Kessaatti argamtanii maraaf
Sochii didda biyyaa kessa jalqabame jiru ilaalchise maatikenya fi Marsaale Addaa addaa irra odeffannoo Rafiitii nama dhowwuu dhaggeffacha jirra.
Kana ilaalchse karakenyaan tarkaanfii hatattaman fudhachu qabnu irratti Marii geggessuuf, Walittidhufun dirqama Oromummaa fi yeroo dha jenne amanna.
Kanaafu
Gaafa : Caamsa 03, 2014 (03.05.2014)
Sa’a: 14:00 irra kaase,
Iddo: Schwanthalerstr.80, 80013München tii
Marii kan geggessinu waan ta’ef akka yeroo kanatti iddo caqafametti akka nuf argamtani ykn bakka bu’akessani akka nuf ergitan, waamicha Oromummaa kabajaan dhihessina.
Injifannoon Ummata Oromoof
Qunnamtiif:
bilbila: 015213802604, 017629076454