Oduu Haaraya

Tulluu jala malkaa yaatu malkaa yaatu maaltu booressee talliila tana? maaltu booressee taliila tana?

Lubbuu akka tasabatu dhama biyyeen nyaatu seenaa sirraa haa batu!
maaltu lammiif koodee isaa ganaa? maaltu lammiif koodee isaa ganaa? ” hin ganu jedheraa anuu lammii gadissa ufii maalif ganuu? hin ganu jedheraa anuu “hiriyyaa gadissa ufii maliif ganuu? hin ganu jedheraa anuu ” lammii gadissa ufii maliif ganuu?

Dalachoo ojee galaa hulaatti Gangee hin hidhatani hin hidhatani! “hin hidhataani maaf hidhateree? hiriyyaan araa garaa si baraa mataa si maraa dhofkadhu garaa.”garaa si baraa lakkii mataa si maraa dhofkadhu garaa!
Hiriyyaan araa ” garaa si baraa lakkii mataa si maraa dhofkadhu garaa!

Nan deema jettus deemi faagadhuu.malkan duka faana bu’u du’a oolanii roorroon hammaattuus didi jabaadhu garaan abbaa faana dutii du’a oolanii! ” du’a oolanii” eergan ollee waliirraa hin dheesinuu yaa ujjoolee! duti hin ollee! ” walirraa hin dheesissuu yaa ujoollee” erga hin ollee ” walirraa hin dheesissuu yaa ujoollee!”duti hin ollee walirraa hin dheesissuu yaa ujoollee!

Tulluu jala malkaa yaatu malkaa yaatu maaltu booressee talliila tana? maaltu booressee taliila tana? Lubbuu akka tasa batu dhama biyyeen nyaatu seenaan sirraa haa batu!
Maaltu lammiif koodee isaa ganaa? maaltu lammiif koodee isaa ganaa? hin ganu jedheraa anu lammii gadissa ufii maliif ganuu? hin ganuu jedheraa anuu ” hiriyyaa gadissa ufii maliif ganuu? hin ganuu jedheraa anuu ” lammii gadissaa ufii maliif ganuu??

Yoo garaan aree si lalate lalatus garaa hinhidhatani hidhadhu ” hinhidhatani hidhadhu” hinhidhatanii maaf hin dhidhanneree?? yoo alaagan sitti dhadatee lammii ufitti himatanii himadhu.”ni himatanii himadhu” ni himatanii maaf hin himanneeree? hiriyyaan araa garaa si baraa mataa si maraa dhofkadhuu garaa.”garaa si baraa mataa si maraa dhofkadhuu garaa” of eegaa adaraa! “garaa si baraa mataa si maraa dhofkadhuu garaa” hiriyyaa araa “garaa si baraa mataa si maraa dhofkadhuu garaa!

Nan deema jettus deemi faagadhu malkas duka fauna bu’u du’a oolanii “du’a oolanii” roorroon hammatuus didi jabaadhu garaan abbaa faana duti du’a oolanii ” oolanii” erga ollee walirraa hin dheesissuu yaa ujjoollee
duti hin ollee walirraa hin dhessisu yaa ujoollee
erga hin ollee walirraa hin dheeshisuu yaa ujoollee

Kootamee ilmaan abbaa tokko Harmeen teessan isiin yaamatoo jirti bar! ilmaan ishee warra biyya nama keessa jirtani fi warri anuma keesa teetanitoo natti ilaala jirtan hundi keesanuu bakka tokkotti walitti naaf qabamatoo maari’adhamee jechatoo jirti bar Harmeen teenya magariisni narratti murtesiitani fi naaf murtesitanii dhagaahu barbaada jechaa jirtii maaloo lammiwwaan koo koomi guddaa nurraa qabdii bar harmeen teenya uufffffffffffffff Oromiyaan ani tan ummaata Ambooti fi baratoota Nnversity Amboo qofa? akkasumallee tan barataatoota fi ummaata ykn Oromoota wallagaa qofa jechaatin jirti? maaloo ilmaan Oromiyaa harmeen teenya booyatoo jirti ilmaan ishee barbaadachatoo jirti ilmaan koo baayyeen ilmaan koo bira dhabee jettetoo bochii maal nuuf wayyaamee? Ilmaan isheedha hundayyuu yaamatoo jirti! maaloo maaloo Oromoo koo maaf teenya?? maaf rafnaa?? maaf hin kanee? yoom haa tahuumee bilisummaan barana malee bara eegereetti?

Oromiyaan ykn biyyi tan waliiti maaf kutan tokkof lama rasaasaan dhumataa? akkamimee maal hedduu dubbadha? sochoo’amalee dubbiin akkanatti hin taatu jabaadha maaloo kuta kutaan yoo tahee qabsoon seenaa waggaa dhibba (100) dura maal gochaa dubbanaree!! manuma gadi nuu guuranitoo harka fi harma nurraa haa ciranii kaa maaloo ka’aatoo Oromoo warra ka’aanitoo bilisummaaf dhabachaa jiratitti dabalamatoo diina biyyarra kufisa kufaa akkasittimalee bilisumaan hin jirtuu beeka rabbiin walfaanna nu haa kaasu jaabadha Gotoota koo rabbitu nu garagaara insha Allah

BARRI BARA BILISUMMAATI
INJIFANNOON KAN OROMOOTI!

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …