Oduu Haaraya

TVOMT:BREAKING NEWS – Oromo legend, Dr. Shek Mahammad Rashad Abdullee has passed away

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …

2 comments

  1. Sheik Mohammed Rashaditti biyyeen haasalphatu, lubbuun isaani jannataa haa galu, maatiif froota isaanif jabina haa kennu.

    Yaa Oromoo, yoomidha qabsaawota/gootota keenya akkasii otu lubbuun jiranii wal barsiifnee kabajaaf jaalala isaaniifi qabnu agarsiifnee, galata isaaniifi malu argatanii darbuu?
    Namoota akka Sheik Mohammed Rashad kana eddee darbanii baruuf faarsuu qofa oso hin taane jiraa isaaniitti baruuf faarsuun qabna turre.

    Han darbe darbeera, maaloo, mee gara duraatti aadaa gootota keenya jiraatti walbarsiisuu habarannu. Ammas irra deebi’ee Waaqayyo/Allah lubbuu Sheik Mohammed Rashad jannata akka gashu nan kadha.

  2. I’m heartbroken to learn the passing away of this extraordinary son of Oromo. Deep condolences to his families, relatives, friends, and the Oromo people. He’ll be remembered forever.

    He was a big light for us (the Oromo) in the darkest tunnels of our time. We can take a great lesson from him for being both a strong Ulamaa and a strong Oromo nationalist at the same time. What a gift! What a talent!!!! He was all-rounded scholar and brave fighter of injustices. He joined the golden martyrs of Oromo struggle. The goals and dreams of Dr. Mohammed Rashad Abdulle and all other martyrs should unify us in our struggle for freedom.

    It is really painful to think that he is not with us any more physically, but his spirit and his great work will last forever.

    Rabbi jannataan isa haa qananiisu.

    Victory for Oromo People!!!!!!!!!!!