Oduu Haaraya

Usaamaa Bin Laadini fi Motummaa Amerkaa

Hegeree Oromiyaatiin Caamsaa 12/2015

Gaazexeysaan Lammii Amerkaa Siimor Heresh ja’amu akka ibsetti Ajechaa Usaamaa Bin Laadin irratti jechaa Motummaan Amerkaa jechaa jirtu kijibsiise jira.

Gaazexeysaan kuni haasawa isaa itti fufudhaan Motummaan Amrekaa Misenssaa Sikkuriti Paakistaan tokkof Dolaara Amerkaa Milyona 25 kafalteefi akka iddo jirenya isaatti isaan geysu godhudhaan ajechaa sukanneysaa akkasi irratti raawwatan godhe jechuun Motummaa Amerkaa saaxiler jira.

Burqaan Oduu Montikaarlo Gaazexeysa kana waabeyfachuun akka gabaasetti Hogganonni Sekkuriti Paakistaan hundi gocha Motummaan Amerkaa Raawwatte kana kan quba qaban tahuu ibsee Awwaalchi Isaalleen Akka Motummaan Amerkaa Bishaan Bahara Hinditti Awwalame jechaa jirtu kana Osoo hin tahin Lafuma Paakistaan keysatti kan Awwaalame jiru tahuu Usaamaa Bin Laadin Ibsee jira.

Check Also

walloo

Witnesses say latest ethnic clashes in Ethiopia kill dozens

NAIROBI, Kenya — Witnesses allege that several dozen civilians and fighters have been killed in …