Oduu Haaraya

Waa’ee ”yaalii fonqolchaa” fi ajjeechaa hanga ammaatti maal beekna?

bbc afaan Oromoo

Waa’ee yaalii fonqolchaa fi ajjeechaa hanga ammaatti raawwatamee maal beekna?

Wanti guyyaa Sanbataa galgala keessa Magaalaa Baahirdaaritti umamee kan hineegamne ture. Dhukaasni tasa naannoo waajjira Pirezidaantiitti dhagahame.

Magaalattiis naasuu keessa galche. Osoo maal akka umamee hinbaramiiniis dhukaasichi magaalatti eddoowwan biraattis dhagahamu eegale.

Erga sababiin dhukaasichaa ”yaalii fonqolchaa” ta’unsaa motummaa Federaalatiin ibsameen booda, akka kan Magaalaa Baahir Daaritti hammaataa ta’u baattus, Finfinnee naannawa mana jireenyaa Janaraal Sa’ireettis dhagahame ture. Guutuu isaa dubbisuuf As tuqi

Check Also

kfo

Walii galtee biyyaalessaarraa baqachuun gaaga’ama biyya keenyaa rakkisaafi wal-xaxaa taasisaa Jira

Haala Yeroo Ammaa Itoophiyaa Keessa Jiru Ilaalchisee Ibsa Kongiresii Federaalawaa Oromoo-KFO (Oromo Federalist Congress – …