Oduu Haaraya

Waamicha hawaasa fi lammii Oromoo Awuroophaa kessaa jirtan.

(Sagalee Bilisummaa Oromoo – Adoolessa 06,2015)

 

Walgahiin kora ABO Godaina Awurophaa kan waggaa waggaan, tahu baranaa adooleess 24- 25/2015 biyyaa Sweden, magalaa Stockolmtii tahufi qophii xumurate jira. Qophii baranaa kan addaa taasisu yeroo uummati Oromoo yeroo hunda caalaa, gabrumman ga’ee jeecha jiruti fi qabsoon bilisummaa fi walabummaa,

WBO jabeessu malee filannoo biraa hin qabne tahe argame dha. Uni hawaasii Oromoo biyyaa Awurophaa keessa jiranus, dirqama lammuuma akkammit akka itti bahanu marii gochuun barbaachisa duwwaa oso hin tane murteesa akka tahetti hubachuun, dhimma kanafi egeree saba keenya irratti mari’iiachufi koren kora qindeesitu(KKQ) issin afeera.

Qophiin Bashannanas, Artistoota keenya: Ilfinash Qannoo, Dangaa Hayile Yesus, Guutu Abaraa, Asantii Hajjii, Totoba Tadassaan qopha’aa jira.

Guyyaa walgahii miseensa:

Adoolessa 24/2014.
Sa’aa 11-
Iddoo Kista Bibilotek/ Forum Nacka
Guyya Walgahii hawaasa:
Adoolessa 25/2015
Sa’aa: 13-02.
Iddoo: Husby Träff.

Warra Idoo Bultii qabachuu barbadaan:
1. Hotell Ibis- Akalla
2. Hotell Ibis Style- Järva krog
3. Solna Vandrar Hem- Solna
4. Nacka Stads Hotell Ektorp.

Geejjiba Arlanda Airport ammaa Stockholm Central:
1. BUS 120 SEK.
2. Train Arlanda Express 240 SEK ( nama 2fi rakasa).

Oduu argachuufi kore qindeesitu kora:
1. Ayana Gobena. Tel. 0760073952
2. Samuel Biruu. Tel. 0702525328
3. Tasfa Kumala. TEL. 0730649807

IUOF.
KKQ

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …

One comment

  1. Dhimmaa oromo laalichisee namichii ayyaan goobana kun bakka buu hin dandayu inni wanni issa gamachisu kuno haguma kana midan irratti mulachu ABO kan issa gochu gatii bira hin mullattu farrittidha isheen