Saayintistootnii fi Doktorootni garuu addaan fagaachuu qofaan Koraanaa moo’achuun danda’ama jechaa jiru. Saayintistootnii fi Doktorootni faallaa Abiy waan deemaniif diinomfate fakkaata. Osoo dura ofumaa dhaqee warra Koroonaan qabameen walitti ida’amee furmaata ta’uu nuu mirkaneessee ragaa qaba jenna. Amma garuu afaan qofaan waan dubbateef ragaan akka nuu mirkaneessu kabajaan isa gaafanna:)
Check Also
Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha
Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …