Hawaasni Oromoo fii Toophiyaa guyyaa ar’aa magaalaa lammaffaa biyya Suweedin Goteborgi keessatti harka wal qabachuun garee Wayyanee ta maqaa jaarumsa kuurii laga Abbaay jedhuun maallaqa ummatarraa funaanuuf guyyaa ar’a Hagayya 31 bara 2013 dhufte turte. Haata’uu hawaasni wal yaame gurmuun bakka isaan walgayuuf itti karoorfatanitti itti dhaquun akeekni saanii akka hin milkooyne addaan facaasan, qarshiin namarraa funaanuuf dhufan hafee mataa ofiitiifuu poolisaa jalatti dheessuun achirraa baqatanii jiru..Guutuu dhimmaa kanaa viidiyoo kana daawwadhaa!!
Check Also
Walii galtee biyyaalessaarraa baqachuun gaaga’ama biyya keenyaa rakkisaafi wal-xaxaa taasisaa Jira
Haala Yeroo Ammaa Itoophiyaa Keessa Jiru Ilaalchisee Ibsa Kongiresii Federaalawaa Oromoo-KFO (Oromo Federalist Congress – …