Oduu Haaraya

WEENIIN nama nyaatu kan du’uuf ree gogaa wanti dhumaa jirrarruf biyya teenya jiituu kanisaan GOGAA

Haraka Fuune Jaalatamtoota Ilmaan Oromoo

Mee hardhaaf Artisti Umar Suleeyman Maal akka jedhuu Nuuf geerare Haa dhaggeeffanuu Bakkuma jirtanitti Ittiin Boohartii Gaari ♡♡♡
Ummanni oromoo ummatta
Nagaa jaallatu saba garaa
Laafu ka namaa laalatu
Saba nama bulchu kan
Namaaf laatu
Biyyi isaa jiitu uumamaan
badhaatu nuhiin Iraa fixaa
irratti wal nyaatu
Ummanni oromii mirga naamaa
Tuynee mirga ofii Gaafatu
Biyya namaa dhaynee biyya
Ofii falmatuuuuuuuuu……..

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

OMN:Sirna Eebbaa fi Saaqiinsaa FIB (Amajji 26, 2020)

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *