Oduu Haaraya

Xayyibaa Hassen “Biyya seeran bullu kessatti duriyyeen ganda keessaa nuha bulchitu jachuun tassuma Numa hin tanee!”

Namni addee Xayyibaan durriyyee jettuun kun nama gootummaaf wagaa 5 maakalawiti hidhamee isaanuumaan boodee muudame ture. Erga itti Aanaa bulchaa tahe booda gootummaa fii hadoodii sabaaf qabu garaan arra durriyyee jedhame.

Check Also

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …