Oduu Haaraya

Yaadannoo artist Usmaayyoo Muussaa

Sagantaan yaadannoo Artist Usmaayyoo Muussaa magaalaa Finfinnee Hoteela ILILI INTERNATIONAL tti torbaan dhufu ni qophaawa.

usmaayyoo muussaa

Kitaabni seenaa isaatiif barraawees ni eeybifama. Faawundeeshiniin Usmaayyoos ni hundaawa ja’amee abdatama. Wal arkaan torbaan arraa ILILLII INTERNATIONAL HOTEL haa tahu.

BAKKA:- ILILI INTERNATIONAL HOTEL

GUYYAA:- Sadaasa 18/3/2015 ykn 27/11/2022

SA’AATII:- 8:00 WB (LT)

Check Also

aafrikaa kibbaa

The Story Of Oromo Slaves Bound For Arabia Who Were Brought To South Africa

Author: Fred Morton (MENAFN– The Conversation) In September 1888, the HMS Osprey serving in the …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *