Oduu Haaraya

“Yaanni ODF ummatoota Toophiyaa maraaf furmaata taha jennee amanna”

ABO keessa yeroo dheeraaf turree jirra, yeroo siyaasaa ABO addunyatti himnu takkuu
Topphiyaa diigna jennee hin beeynu, gareen haftelleen ju’uuf hin teessu”

Yaanni ODF ummata Toophiyaa maraaf furmaata taha jennee amanna. Haala keessa keenyaa,
haala ollaa keenyaa fii addunyaa laallee yaada amma lafaa kaaneen “fadareeshinii dhugaa
kana fudhanne. Gaafiif deebisaa sarara Paltal ONDF miseensa fi hoji raawwachiisaa
ODF/ADO J/ Dr Bayaan Asoobaa waliin taasise…

Check Also

olla

Oromo Communities and OLLAA Thank Special Envoy of the Horn of Africa, Ambassador Mike Hammer

The U.S. Special Envoy met with the Oromo communities of Los Angeles and Southern California …

3 comments

  1. ODF DON’T FOOL YOURSELF EVEN THE AMHAR WHO RULED FOR CENTURY THAT EMPIR THEY NEVER ACCEPT WHAT YOU FOOLIN YOURSELF? TRY TO WORK WITH YOUR PPL.FIRST . OROMUMMAA FIRST !! DON’T BE ANOTHER OPDO.

  2. Obbo, Bayee Sobaa kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk humbuuuwaaaaa……

  3. Ummata tura keessa dhama’e warra ODF malee takkaa hin dhageenye,