Breaking News! #oromoprotest #Magalaa Gimbii Irraa Oduu Ho’aa
Oduu haaraa amma na ga’e akkuma beekamu lixa oromiyaa magaalaa Gimbiitti mormiin uummataa fi baratoota oromoo itti fufee jira. ummati bakka addaa gabaa maalifuu,naannoo hospitala adventistii, ganda 04 bakka baankii moofaa fi gafaree dandii cufuun konkolaata wayyaannee deemsa dhorkanii gamoo galtuu amaaraa sadii dastaa zaruu. gamoo axinaafuu irratti tarkaanfiin fudhatameera. kan nama gaddisiisu garuu ambootti polisiin oromiyaa uummataaf lola gimbitti immoo polisiitu uummata reebaa fi rasaasa irratti banee jedhama kanaaf uummati magaalaa gimbii poolisoota kana salphaatti akka hin dhiifnes akeekkachiiseera. oromiyaan ni bilisoomti gabaasa biraan wal agarra
Check Also
Seenaa OSFNA fii hundeeysitota isaa
OSFNA OSFNA (Oromo Soccer Federation of North America) ja’amee bara 1996 ardii Ameerikaa Kaabaa, biyya …