Oduu Haaraya

‪#‎OromoProtests‬ BREAKING: Military commandos have raided headquarters of the Oromo Federalist Congress in Addis Ababa.

They are currently arresting members and office managers present on the compound. Chairman of the Party, Dr Merera Gudina is not office, believed to have been prevented from approaching the office.
==============
Oduu Ammee
Waajjira muummee KFO ammaan tana humni Raayyaa ittisa Biyyaa humna addaa jedhamu waardiyyaa fi hojjattoota waajirichaa hunda hidhuun waajiricha humnaan cabsaa jiru.

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Ollaa: Oromo Legacy Leadership And Advocacy Association

IMPORTANT UPDATE: OLLAA is always seeking for opportunities to engage with Oromo communities around the …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *