Oduu Haaraya

‪#‎OromoProtests‬ this morning the Federal First Instance Court offered to release Addis Ababa University students on bail of 2,000 birr.

However, students rejected the offer asserting they committed no crime and arrest for no reason, hence they deserve compensation rather being asked to post bail. They further told the judges that it should be leaders of TPLF who stand in their place with hand cuffs for crime against humanity and corruption. They were whisked away back to jail. They shouted to the judges saying ‘lets rot in jail like thousands of other Oromia, but be assured that the millions who remain outside will continue the struggle’. The judges shook their head and left the chamber.The 20 students are expected to be transferred to Kaliti Prison tomorrow.
============•=••=••
Ganama arra barattota Oromo kan Universiitii Finfinnee mani murtii Federaalaa akka qarshii $2000 qabsiisanii bahan hayyame. Haatahu malee barattoon irrati didan nuti badii takkalee hinqanu jechudhan, ossoo humaa hin balleesin hidhamne ja’an. Hubdhaa silaa nami kaasan kanumuf ture barattoota kana kan badii malee hidhamani. Idda’annodhan abba murtiitin silaa hoogannoota wayyaanetu arra harka isaani hidhame mana murti kana dhabatun malee nu mitii ja’aniin Abba seeratin . Sanaan booda eega akka mana hidhaati deebi’an mirtin kanname Abba seera itti iyyani akkuma hidhamttota Oromo kumaatama biraa mana hidhaa keessati haadhumnu ja’an itti human, hatahu malee Oromoon miliyoon allati haffan akka qabso bilisummaa itti fufan hubadhaa ja’aniin. Abban seera yoon barattoon akkas ja’an mata lulee teeysuma irra ka’e deeme. Barattoon 20 kun akka guyyaa boruu mana hidhaa Qalitti geeffaman hubatame.

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …