KAN hamtuu keenyaa yaadu
Kan saba kenyaa nyaatu
Kan aadaa kenyaa ballessu
Kan qabsoo kenyaa dhiigu
Kan dachee kenyaa saamu
Kan afaan keenyaa ukkamsu
Kan dhiiga keenyaa jiksu
Kan biqilaa kenyaa quucersu
Kan lammi koo xiqqessu
Kan duguuga sanyii nurratti rawwatu
Kan deegu keenyaa hawwu
Kan jiruu keenyaa hin feene
Kan jiraachu keenyaa feene
DHADHAA IBIDDA BUUTE GODHI
#NUHAA GODHU
Warra Wal jaalatu
Warra walii yaadu
Warra Waliin nyaatu
Warra Waliin jiraatu
Warra Wal abdatu
warra kayyo keenyaa galmaan gahu
warra dhiiga dhiigaan baasu
warra saba isaaf waan gaarii yaadu
Saba Bilisoomu
Kan seena ofii jabeessu
Kan aadaa ofii ittin boonu
Kan mirga walii eegu
Kan safuu beeku
Saba bilisumma gonfatu
Kan dabareen Wal bulfatu
RABBI ISIN HAA GODHU LAMMII KOO OROMOO AMMIIIIIIIIIIIIN AMMEEEEN YARABBI
Check Also
SEENAA GABAABDUUNUUHOO MAHAMMAD GOOBANAA1952 – 2022Amajjii 19, 2022
Abbaa Urjii tiin: Ji’a Hagayyaa tan bara 1952-a, gaafa Mahammad Goobanaa ilmii barsiisuuf Dirree Dhawaa-rraa …