Oduu Haaraya
turee leencoo

Galmee seenaa Irraa: waayee ummata Oromoo kana beeytuu laataa?

Warreen bara 1970 keessa Yeman (Adan) dhaquudhan leenjii eega fudhatan booda osoo gara biyyaa seenuuf deemanii  mootumman Soomaaliya qabdee hiite.

Jaarraa Abbaa Gadaafaa wajjii bara Shan hidhaman, ammaas warraa dura maqaa bilisummaa Oromotiin qawwee hidhate, gara biraatin warreen kun warra seylii boobba ganamti ja’amnii beekamaniidha.

Hundaafu tarree maqoota isaani kunnoo:-

1-Jaarraa Abbaa gadaa (Abdulkariim Ibraahim)

2-Abdukarim Adam lakku (soorwa)

3-Mahmmad Ibrahim

4-Mahmmad sh/Mahamed Bookhee

5-Umar Abdurhmaan

6-Mahmmad Abdukarim

7-Bakrii Ibraahim (Abbaa Fatoo)
8-Bakrii Ahmad Baabbilee

9-Mahmmad Ahmed Umar (karmooso)

10-Mahmmad Abdulqdir (shahaata)

11-Ahmed Mahmmad Umer (caallaa)

12-Mahmmad Abdullah (Muude)

13-Ahmad mahmmad mussa

14-Mahmmad Kabiir Iissaa

15-Ahmad Mahmoud Usmaan

16-Mahmmad Sanii Umar (Haroo)

17-Hussen Abbaas Waqaa (baale)

18-Jamal Abdulqdir

19-Ahmad lissee

20-Adam Mahmmad Ali (laafa)

21-Ahmad nuur Ali (Arroo)
22-Ahmad Nuur Hassan
23-Abdulkrim Mahmmad (Jifaar)
24-Mahmmad sheik(nibarbaana)
25-Adam Abubaker (moluu)
26-Ahmad Mahmmad Abdurhamaan
27-Mahmmad Ibrahim (shantam shubbisaa)
28-Ahmad Nuur Muussaa
29-Abdalla Baker
30-Mahmmad Ali
31-Ahmad Umar Abdullah
32-Ahmad Haashii
33-Hajii Maammoo
34-Ramadan Mahmmad Yoonis
35-Abdrahman Mahmmad Yoonis
36-Ahmad Yusuf Ibrahim (Turee leencoo)
*****
Ahmad yusuf ykn walisaa turee leencoo
Yeroo dheeraf biyyaiti hindeebine Amma
Australia jirata suura kana keessa nijiraa
Dawwadha.

Check Also

dhaloota qubee

Qabsoo Bilisummaa Oromoo: Injifannoo Argamee fi Balaa Isa Mudate

Qabsoo Bilisummaa Oromoo: Injifannoo Argamee fi Balaa Isa Mudate Leenjisoo Horoo Elba 25, 2023 Mata-Duree …