Oduu Haaraya
Yaso Abdalla

Yaso Abdalla , his wife Shagge ( Rihanna) Kadir and their 9 month baby also among those who believed to have drowned when the boat

Yaso Abdalla , his wife Shagge ( Rihanna) Kadir and their 9 month baby also among those who believed to have drowned when the boat carrying over 500 refugees from Egypt to Italy capsized. Iyaso and Shagge were originally from Hirna town, West Hararge. This is heart breaking.
========
Kan agartan kun Yaasoo Abdallaa Saanii yoo jedhamu haadha warraa isaa Shaggee ( Rihaanaa) Kadiir akkasumas daa’ima isaanii ji’a sagalii waliin kaleessa balaa doonii saniin lubbuun dabarate. Iyyaasoo fi Shaggeen dhaloonni isaanii Harargee Lixaa, Hirna akka ta’es beekun danda’amee jira. Rabbi warra jannataa haa godhu. Maatii irraa hafeef sabrii hawwina.

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …