Oduu Haaraya

waan gabruummaan Oroomoo gootee

[yaadannoo warra biiyya fii alatii wareegamaniif
###############
Gabrumaan haammaatee
biiyyaa saba baaftee
lammii oroomootaa quurxummii nyaachiiftee
…………………………..
Hiiyyumaan dabalamtee
Biyaa lammii baaftee
Hiirbaaata waraabeesaa taasiistee
…………………………..
Akka biiyya hiinteenyee rooroo haammatee
wayyaaneen hiyyumaa nuuf dhaaltee
Akka debiin xiyyitii taatee
Wayyaaneen baraan nuu ajjeeftee
oroomiyaa keessatii haabashaa jaarratee
…………………………..
Oromoon falmatee
Bilisumma yom argate?
Jiraachuu dadhabatee
Gabrummaa baaadhatee
jiraachuu irra du’uu fiilattee
…………………………..
Dargaggoon baratee
Hoojii yoom argatee?
Hoojjataan hojjatee
Garaa yoom guutatee?
Qooteee buulaan qootatee
Hiiyyuumaan qabattee
Lafa qaburraa wayyaaneen kaaftee
Waardiiyaa ta’uudhaaf carraa muudatee
Daldalaan daldalatee
Yoom bu’aa argatee?
Giiibiraan wiliigee baqa fiilatee

…………………………..
oromiiyaan lammii firra baaftee
Alagaa fiira goodhattee
Badhaaftee guudiiftee
Lammii isii ajjeestee
Hiiyyeesiitee giidirsiitee
…………………………..
Kan du’ee ol kan jiiru gad gootee
Jiiruun awwaaluuf biyyaa fiiraa baaftee
Diina isiitiiif ardii balliiftee kanniitee
…………………………..
Lammiin oromoo biiyyayuu facaatee
Liibiiyaati qalamtee
Yamaniitii kalaan irraa fuudhamtee
allaatiif laatamtee
…………………………..
Silaa oromiyaan biilisoomtee
Yoom lammiin biyyaa baatee
Biiyya qabnaan maaqaa qoofa taate
gabruummaa oroomoof mallatoo taatee
Dhiiga lammii dhiiga saree gootee
ala daran oromiiyaan oromoo nyaatee
Tanaaf oromoon al bahuu fiilatee
Gabrumma tookoo irra kabiiraati tarkaanfatee

Tanaaf abdii kuutatee
Biyyaa baqatee
Gabrummahiifatee
Baqa fiilatee
Abdii kuutatee

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …