Karoora Gabaaba Konfaransii Sosochii Dhabamsiisa
BMG fi MKB Irrtatti qophaa’ee
Camas 2009
Sensaa
Akka addunyaatti rakkoowwan dubartoota irra gahaa jiru maqsuuf waligalteen mootummoota gamtoomaniin bara 1993tti bahe akka ibsutti miidhaan dubartootaa irratti dhaqqaban kanneen akka miidhaa qaamaa, miidhaa Xiin sammuu irratti geessisaa kan jiru yoo ta’u, rakkoleen kunniinis kan raawwataman humnaan/dirqamaan biramadummaa dubartootaa sarbuun jireenya dhuunfaa fi haawasa keessatti qaban irratti dhiibbaan irraan gahaa turuu ni ibsa. Biyyi teenyas
Walqixxummaan korniyaa fi mirgi dubartootaa akka kabajamu heera bara 1987 keewwata35 keessatti kan mirkanaa’e yoo ta’u bu’uruma kanaan Seerri Maatii Oromiyaa fi Seerri Yakkaa Foyya’ee bahes miidhaa fi yakkoota dubartootaa fi daa’imman irra gahaa jiran maqsuu keessatti shoora guddaa taphachaas jira. Yaa ta’uutii miidhaan barmaatilees ta’ee koorniyaa bu’uurefate ammas bal’inaan dubartoota irra gahaa jira
Kanaafuu,koonfiransiin Godiina irraa hanga gandaa fi gandaa gaditti(RMDD fi Tokk-shaneetti)gaggeeffamu kun miidhaa koorniyaa bu’uureffate fi barmaatilee miidhaa geessisan maqsuu keessatti jijjiirama amalaa fi hubannoo hawaasa bal’aa keessatti ni fida amantii jedhuun barreeffamni kun akka qophaa’u ta’ee jira.
- Midhaa korniyaa Bu’ureefatee fi Barmaatilee miidhaa geessisan(BMG) dubartoota irratti raawwataman akkasumas ilaalchaa fi Gochaan loogii dubartoota irratti geesiisan qabsoo qooda fudhattootaa fi hawaasa bal’aatiin haambiisuudhan hirmannaa fi fayadamuummaa dubartootaa kallattii hundaan akka mirkanaa’uu kaka’umsaa fi dadammaqina uumuu dha.
- Qaama hunda biratti jiijjiiramnii ilaalcha dhufee dubartootaa fi daa’imman yakkoota BMG’n irraatti raawwatamuraa bilisa ta’anii omishitootaa fi fayyadamtoota ni ta’u.
- Sosochii bal’aa taasifamu kan keessatti dhimmi BMG fi miidhaa koorniya bu’uureeffate dhabamsiisuu Ajandaa RMDD fi raayyaa guddichaa ta’a
Karoora sagantaa konfiransii FBMG sadarkaa Godinaa ,Aanaa fi hanga 1-5itti gaggeefamu.
Sadarkaa Godinatti
Lakk | Qamaa hirmaatu | Baayina | Qamaa mari’achisuu | Guyyaa mariin itti gaggeefamu | Ibsa |
1 | Qadii fi Abba Amaanta kirstana | 48 | Itt/Bulchaa Haqaa Itt/polissii,DHDD | 16/9/2009 | Galma bulchinsaa. |
2 | Dhimma Islama Aanaa | 24 | |||
3 | Korniyaa polisii Aanaa | 24 | |||
4 | Korniyaa seektaroota godina | 32 | |||
5 | Itt/gaf.kabinee Godina | 62 | |||
6 | Abba seera Aanoota | 24 | |||
7 | Abba alangaa | 24 | |||
8 | Dhab/ mit/motuumaa Korniyaa irratti hojjatan | 15 | |||
9 | Itt/G/Ligii Dubartoota | 24 | |||
277 |
Sadarkaa Aanaatti
Lakk | Qamaa Aanaa irratti hirmaatu | Baayina | Qamaa mari’achisuu | Guyyaa mariin itti gaggeefamu | Ibsa |
1 | Kabiine Aanaa hundaa | 1440 | Bulchaa Aanaa,I/GHaqaa I/GDHDD | 10/9/2009 | Galma Aanoota |
2 | Dhimma Islama abba amantaa kirstanaa | 45 | |||
3 | Korniyaa polisii Aanaa | 24 | |||
4 | Korniyaa seektaroota | 768 | |||
5 | Jarmaale dubartoota fi dargagoota | 384 | |||
6 | Qindesituu ekistenshini fayyaa | 540 | |||
7 | Itt gaf/Gumii shamaranii (Barsiistuu) | 200 | |||
8 | Itt/g/buf/fayyaa | 186 | |||
10 | Manguddo biya kan dhiraa fi dubartii | 154 | |||
11 | Dareektara mana barnoota | 200 | |||
Sadarkaa Aaradatti koonfiransii gageefamuu.
Lakk | Qama hirmaatu | Baay’ina hirmaatoota | Qama mari’achisuu | Guyyaa maarii | Ibsa |
1 | Kabinee Araddaa | 3780 | Kabinee Aanaa Jarmaale Dubartoota Aanaa fi BBH | 14 | Aradoota |
2 | Jarmaayalee dubartoota aradaa | 4320 | |||
3 | Gaggeesitoota 1-5 fi garee | 14000 | |||
4 | Hujaatoo Ekstenshinii fayyaa | 540 | |||
5 | Barsistoota | 1000 | |||
6 | Ogeesa fayyaa | 1000 | |||
7 | Abba Ammantaa aradda keessa jiru. | 1080 | |||
8 | Desistoota Adaa | 2700 | |||
9 | Miliishaa Aradda | ||||
Sadarkaa Garee misoomati
lakka | Qamaa Hirmaatuu | Bayina hirmaatoota | Qamaa Marisiisu | Guyya | Ibsa |
1 | Hoggantoota 1-5 hunda | Halaa qabatama | -Abba Aradda fi kabinee aradda -Hojatoota motumaa hunda | 14 | |
2 | Abbotii Amaanta ganda keesaa jiran hunda | ‘’ | |||
3. | Namootaa umaata birati fudhatama qaban | ‘’ | |||
4 | Misensaa dhabba hadhoo hundaa | ‘’ | |||
5. | Dubartoota shammarani hin heeruumin hunda | ‘’ | |||
Haqaa dubartiif irra deebinee haa yanuu‼