Gurraandhala 13, 2015 (Oromo Liberation Front) — Mootummaan Wayyaanee ummatoota irraan gama dinagdee, siyaasaa fi hawaasummaan miidhaa ol aanaa dhaqqabsiisaa jiru kufaatiin isaa kan hin hafne …
Read More »
Gurraandhala 13, 2015 (Oromo Liberation Front) — Mootummaan Wayyaanee ummatoota irraan gama dinagdee, siyaasaa fi hawaasummaan miidhaa ol aanaa dhaqqabsiisaa jiru kufaatiin isaa kan hin hafne …
Read More »ADDA BILISUMMAA OROMOO Gaafa: Onkoloolessa 25, 2014 Date: 10/25/2014 No.: 007/2014 م قر Ibsa ABO Gumiin Sabaa Adda Bilisummaa Oromoo walgahii hatattamaa Onkoloolessa 25, 2014 …
Read More »Gaafiif debisaa sarara Paltalk OMMWSO Jeneraal Hayluu Gonfaa fii Obboo Dhaabaa Walin taasise 20141025
Read More »Abdii Boruutiin Gara ogummaatiin yoo ilaalame, ani barumsa siyaasaa fi seenaa qabaachuu baadhullee, akkan adeemsa siyaasaa keessatti hubadhutti garuu, galii barbaadan tokko gahuuf tarsiimoolee fi …
Read More »OROMO LIBERATION FRONT Gaafa: Onkoloolessa/23/2014 Date: 10/23/2014 Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo Irraa Kenname. G/Kamal Galchuu eerga HD ABO jijjiramaa ta’ee hojii eegalee kaasee,sababaa …
Read More »Danbaliin Jijjirama ABO, Imaanaa Jaallan Keenya Wareegamniif Galmaan Gaha! Uummati Oromoo maraa fi qabsa’otiin adda bilisummaa Oromoo guyyaa gootota keenyaa kan yaadannu, imaanaa isaanii galmaan …
Read More »Qabsoo Ofirratti Amantaa fi Kan kaleessaa irraa Barannee, kan Boruuf Maal Gochuu Qabna jennee of gaafachuu! Dhaabni siyaasaa tokko tarsimoo fi galii gara garaa qabaachuun …
Read More »Maaliif kan dabre irraa hin baranne? (Kutaa lammaffaa) Kutaa lammaffaa Mata duree kana jalatti isa kutaa duraa keessatti qabsaa’ota fi jaarmayoota siyaasaa Oromoo kan walaba ta’anii …
Read More »