Oduu Haaraya

Dubaratoota Oromoo Biyya UK waajjira Muummee Minsteera UK Deeviid Kaameruun fuula dura Buluun sagalee ummataata Oromoo dhageesisaa jiru

 

london1 london2 london3 fooziyaaAmajjii 6 Bara 2016) Waldaan Dubaratoota Oromoo Biyya UK ajeechaa fi hidhaa ilmaan oromoo irratti mootummaa faashistii Abbaa Hirree TPLFn gegeeffamaa jiru balaaleffachuun Amajii guyyaa 5-7 guyyoota sadiif osoo wal irraa hin kutin waajjira Muummee Minsteera UK Deeviid Kaameruun fuula dura Buluun sagalee ummataata oromoo dhageesisaa jiru.suuraan kunis kanuma muul’isa

Check Also

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …