Oduu Haaraya
mieessoo2017

Active Genocide Underway in Eastern Oromia

———————————————-
Ethiopia, a country described as a “pillar of stability” in the tumultuous Horn of Africa, continued to commit genocide on its people, particulary ethnic Oromo and Amhara.
More than 1000 Oromos have been killed since the protest against landgrab has started in Nov 2015. That is committed directly by the TPLF military, Agazi, and the federal police.

However, months passed since TPLF launched committing genocide against the Oromo using proxy Somali Liyu Police forces. The Somali Liyu police, which is equivalent to Janjawit militia backed by Sudanese government against the Darfur.
The Liyu police have intensified its genocide agains Oromo civilians and they are attacking and killing Oromos in Miesso, West Hararge.

One of the liyu police force have surrndered to Oromia police station with its armes. He said he is fade up with killing Oromo civilians. Such witnesses would help to bring the TPLF generals and ABDI ILE, the somali regional president, who are the masterminds of this active genocide#OromoProtests#Ethiopia #LiyuPolice
——————————————————
“Godina Harargee bahaa aanaa Miidhagaa
Lolaatti, Liyyuu Poolisiin tokko har’a guyyaa irraa
sa’aa 5:00 tti harkaan if kenna jechuudhaan waajjira
Poolisii magaalaa Miidhagaa tti dhufeera.
Liyyuu Poolisiin kun akka jedhutti duguuginsa sanyii
Oromoo irratti gaggeefamu kana hifadheetiin dhufe
jedha.Liyyuu Poolisiin kun Kilaash,boombii harkaa fi
hidhannoo guutuu wajjiin kan dhufeedha.
Ummanni aanaa Miidhagaa Lolaa Liyyuu Poolisii
kana amanuu hin qabu.Basaasaaf gorfamee kan
dhufe tahuu beeytanii akka of eegdan isiniif
dhaamna.
Waajjirri nageenyaa aanaa fi Poolisiin aanichaa
ummata hiraarsuu malee waa takka dhimma Liyyuu
irratti hojjachaa hin jiran.
Liyyuu Poolisii araddaa Bilisummaa fi Jiddoo Garrii
jidduu bakka Olbahinsa Seeruu jedhamtu qubatte
irraa basaastummaaf kan ergame tahuu
bekkameera.
Nama keenya kan qaban,uleedhaan tuman.Garuu
Wajjirri nageenyaa aanaa Miidhagaa Lolaa Liyyuu
Poolisii kana foon nyaachisa.
Kunoo namtichi kan ilkeerraa saaqqatu kan qawwee
hidhate kana.”

Check Also

walloo

Witnesses say latest ethnic clashes in Ethiopia kill dozens

NAIROBI, Kenya — Witnesses allege that several dozen civilians and fighters have been killed in …