Tuniis baasa!
Kana kan jedhe muummee ministeera Toophiyaa Abiyyi Ahmad!
“Mootummaa sagalee ummataatiin Dimokiraasiin dhufe humni kamuu waraqaa fi sirbaan diiguu hin danda’u!! Inni hin milkaa’u!! Inni dandeettii hin qabu!! Waggaa afur qofa qabna jennee hin rafnu!! Yeroo akka qabnu akka hin daganne”
MM Abiyyi Ahimad