Oduu Haaraya

Barattoonnifi qonnaan bultoonni Haroomaayaa dhibbaatamaan lakkaayaman mana hidhaa Addeellee fii Hammarreessaatti guuramaa jiru

haramaayaa2016OromoProtests‬ ALERT Haromaya: Hundreds of students and farmers are being taken to Adele Military camp. Remember Adele and Hamaressa military camps were used by the previous regime for committing mass killing and mass grave was discovered two years ago.

Barattoonnifi qonnaan bultoonni dhibbaatamaan lakkaayaman Haramaayaa irraa guuramuun gara kaampii Waraanaa Addeellee geeffamanii jiru. Kaampileen waraanaa Addeelleefi Hammarreeysaa kan mootummaan Darguu ummata Oromoo jumlaan itti fixaa ture ta’uun ni yaadatama.

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …