Oduu Haaraya

Breaking News: Heroes Will Be Remembered.!!!#Rest in Peace Jaarraa Abbaa Gadaa

 Ilmaan Oromoo Akkuma Waliin Beeynutti Abbaan Qabsoo Oromoo Abbaan Oromootaa Abbaan Keenya, Jaarraan Abbaa Gadaa Bara Dheeraaf IJoolummaa Isaa Irraa Eegalee Saba ISaatiif Nuuf Jecha Falmii Hangana Hin Je’amne Godhaa Turuu Isaa Sabni Oromoo Martinuu Ni Beeyna, Haa Tahuu Garuu Namni Hin Duune Hin Jiru, Duuti Nu Hunda Irraa Hin Ooltu….Arraan Tana 3/3/2013 Jaarraan Abbaa Gadaa Amriin Rabbii Itti Dhuftee Du’aan Aaddunyaa tana Irraa Boqatanii Jiran.!! Rabbiin Itti Haa Araaramu.!!! Abbaa Keenya Jaarraa Abbaa Gadaa Seenaan Kee Dhaloota Irraa Dhalootatti Dabree Seenaan Si Yaadata.!! Rabbi Siif Haa Araaramu/Rabbi Warra Jannataa Si Haa Godhu.!!!Rest In Peace# Aamiin.!!#Qabsoon Isin Eegaltan Bakka Ni Geeysi.!!! Qabsaayaan Ni Kufa Qabsoon Itti Fufa.!
Jaarraa Abbaagadaa, a giant of the Oromo nation, the father of Oromo Liberation Army ( OLA) and uncompromising freedom fighter till his last days. Due to the determination of Jaarraa and his comrades who braved the darkness of those days, our nation has come far and long. The journey shall continue and the future is bright! Our nation mourns the passing of its brave son who now joins our other founding fathers. Innaa lillaahi wa inna ileyhi raaji’uun. He dedicated his life to lift his people out of the state of humiliation and oppression. Abdulkarim Ibrahim Hamid better known as Jaarraa Abbaa Gadaa has passed away. We ask that Allah to forgive him and grant him al Firdaws.

Check Also

dhaloota qubee

Qabsoo Bilisummaa Oromoo: Injifannoo Argamee fi Balaa Isa Mudate

Qabsoo Bilisummaa Oromoo: Injifannoo Argamee fi Balaa Isa Mudate Leenjisoo Horoo Elba 25, 2023 Mata-Duree …