Namni Afaanii fii Aadaa isaa hin beeyne tokko an Oromoodha ofiin jechuun ……
Read More »MANDAROOTA FI MAGAALAAWWAN OROMIYAA – OROMIAN TOWNS AND CITIES: Kutaa Lammaffaa
Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barruu tanaa jaalatamoo fi kabajamoo, isa kutaa tokkoffaa keessatti isiniif dhiyaate akka argachuun duukaa-buutan abdiin qaba. Kunoo, ammammoo kutaa …
Read More »Afoola Oromoo: Moggaasa Afaan Oromoo (kutaa 300 irraa ka duraa)
MANDAROOTA FI MAGAALAAWWAN OROMIYAA – OROMIAN TOWNS AND CITIES: Kutaa Duraa
Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barruu tanaa jaalatamoo fi kabajamoo, kunoo harra irraa kaaseen mataduree kanaa olitti kaayame jalatti waa isiniif dhiyeessaa, mee na …
Read More »Qoosaa: Jaalalleewwan lamaan kanneen saalaan faallaa walii ta’antu (dhiiraa fi dhalatu) waggoota hedduuf wal-jaalatanii jaalala dhugaa mi’ooftuu wajjiin dhandhamachaa turan!
#SEENAA_DHUGAA!!! * Isaan kunneen gar-malee waan wal-jaalataniif ija isaanii afoo wal-dhabuu kan hin feene yoo ta’an, akka carraa ta’ee guyyoota hedduuf osoo ijaan wal hin …
Read More »DHIIRA DHIIRKOOLEE YKN FIINXEE DHIIRAA /ALPHA MEN/ KAN JADHAMU DHIIRA AKKAMIITI??
Gadaa Dirribaatiin Qoraasuma Jaalalaa Afaan ingiliffaan ‘alpha men’ jadhama. Afaan oromootiif akka mijjaahutti yoon hiikuuf yaalu fiinxee dhiira/dhiira dhirkoolee/ ja’een moggaase. Dhiira dhiirkoolee jachuun gosa …
Read More »Afaan maali?
OromoTV.com Contributor Jaafar Ali, Norway Irraa Afaan jechuun, akka saayinsiin afaanii barsiisu tti, waan biraa tokkollee osoo hintahin, mi’a qunnamtii ykn meeshaa ittiin waliigalan, kan …
Read More »Biyya Afaan Faallaa
Afoola Oromoo: Qoosaa kutaa duraa
Calii Calanqoo: Beekaa Irra Kutne Malee, Seenaann Hiyyeeysa Hinqabuu
OromoTV.com Bitootessa 1, Br 2015, Jaafar Ali, Norway Irraa Silaallee uleen caphee kan Abbaa Gadaa hincaphuu, Beekaa irra kutne malee, seenaann hiyyeeysa hinqabuu. Ja’a Alii …
Read More »