” Durdur obboloota lamatu waliin turan jedhama. Inni tokko Gorsaafi kaan immoo Didaa jedhamuun waamamu. Gorsaan hangafa Didaati. Didaa caalaa beekkumsa nama qabu ture. Obboleewwan …
Read More »Bilisummaa oromootiif
GUFUUN WARAAQSA OROMOO BAKKA HUNDATTI NI CABDI. Tulluu Waariyootiin Bilisummaa oromootiif Oromiyaa walabomsuuf muranneetiin kaane Gufuun heddumaate warraaquu dadhabne. Abdi oso hin kutin hifannelle …
Read More »Lammikoo gurra naaf ergisi
a Firehiwot Guluma Tezera 31-03-2014 Dhaamsa koo Lammikoo gurra naaf ergisi Obsaan callisaan na caqasi Sumaaf jedheetani dhagahi Dirqama lamummaa kee bahi Ani kunoo bahuuf …
Read More »IFIININ HAASAWAA IFITTIN HASAASA
IFIININ HAASAWAA IFITTIN HASAASA Ifiinin haasawaa ifittin hasaasaa Kophaa koo guungumeen kuta yaada keessa Hiriyyoota keessaa kophatti na baasaa Guyyaa na ceesisaa kophaa na kaachisaa Narratti …
Read More »MAA DHUGAA ITTIN HIMNE?
Dhiiroo numa jiraa kan Juneeddii faarsu? Gaarii dalageen kan isa leellisu Hamtuu isaa dhooysee kan baala irrat cabsu Akkamitti taha dhugaa jirtu dhooysuu As …
Read More »freeTutoring from 3rd grade up
http://www.khanacademy.org/ freeTutoring from 3rd grade up https://www.coursera.org/free online courses, http://www.mooc.ca/index.htmlfree online courses Please share this one with your parent, uncle and unties. Investing in Ethiopia will help …
Read More »Joollee qacalee lammiin oomishatte
Booson Niitii Fafee
Seenaa koo kaleessaa Isinitti odeessaa Gurra naaf ergisaa! Filannoon koo lama Filachuun dirqama! Yaadannoo kaleessaa Seenatu odeessaa! Kaamoo mana bulkaa Boosoo mana curgaa Kaamon harka …
Read More »MINILIKOOTA BARDHIBBEE 21-FFAA : Kutaa Lammaffaa
Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Jaalatamoo fi kabajamoo warra barreeffata kana …
Read More »Si komadhe yaa gaaddiduu koo!
Saalfii fi komii hin beektuu Akka namaa of dandeessee hin deemtuu Maaliif na akkeessitaa yaa gaaddidduu? Yoon deemu nawajjin deemta Jooraa ooltee nawajjin galta Ofirraa …
Read More »