Paartiin keenna KFOn guyyaa har’aa Waxabajjii 4/2014 ALI. caasaalee godinaa dhiibbaan waggoota lamaaf jalaa diiggamanii laaffifamanii turan deebisee ijaarutti jira. Caasaalee godinaa deebisee ijaaruun guyyaa …
Read More »Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibba Bahaatti humnoota mootummaarratti injifannoo gonfachuu beeksise.
WBOn humnoonni mootummaa hedduunis bakkeewwan garaagaraatti fedhiin isatti makamaa jiraachuu himeeti jira. WBOn akka jedhetti, Cibraan Madda Walaabuu Buttaan Jeneraal Waaqoo Guutuu fi Cibraan Hambaa …
Read More »“Hoggontoonni keenya afaaniin walbummaa fii bilisummaa Oromiyaa jedhaa isin sobaa turan”
Haxeerarrii Hasawa Jawaar Mohammed kan guyyaa arraa magaalaa guddoo biyya Suweedin Stookholmitti godhe keessaa hanga tokkko 1ffaa An isin sobuu hin barbaadu, sobaan akka harka …
Read More »“Alaabaan ABO, Mallattoo, Fakkii fi Qabeenya ABO fi Ummata Oromooti!
Naggaadeen alaabaa ar’aas waanuma kalee irra deebi’uun gad jabeessite
Ibsa Dabalataa Kan ABO- Dhimma Alaabaa Ilaalchisee Waxabajjii 9, 2022 ABOn, xalayaa gaafa 06-06-2022 lakk.022/xly-abo/2022 gara Partii Kongiresii Federaalawaa Oromoo (KFO) barresseen haalli itti fayyadama …
Read More »Dhimmi rakkoo alaabaa Oromoo ka ar’a eegalameemiti
Shabboo Miidiyaa: xiinxalaa siyaasaa maali mallisaa? Gaammee Galgaloo. Dubbiin Oromoo eessatti akka baddee baruu yoo barbaadde Sirritti caqasi!
Read More »Eenyuutu Mucucaatee? Jawar Mohammed, Dr. Itaanaa Habteeti?
Obbo Jaawaar Mohaammad, alaabaa ABO seeraan ala itti dhimma bahuu hin qabu
Addi bilisummaa Oromoo (ABO)’n xalaayaa waxabajjii 06, 2022 dura taa’aa Kongirasii Federaalistii Oromoo, Piroofeesar Mararaa Guddinaatiif barreesseen, Itti aanaa dura taa’aan KFO obbo Jawaar Mohaammad …
Read More »I am hereby resigning from OLF’s CC member and OLF’s membership effective immediately.
“Utubaan haga dhiiban qaba, haga dhiisan qaba” jedha Oromoon. Faranjoonnis ” enough is enough” jedhu. Waan hinhubanne keessatti gubachuun gowwumaadha. To: J/Dawud Ibsa. OLF’s Chairman …
Read More »