:Gabaasa dhaabbanni mirga dhala namaa masrii baaserraa akka hubachuun dandeyametti , warreen qabamanii Polisii harkatti hidhaa jiran hundi isaanii Baqattummaan dhaabbata UN . Cairo jalatti …
Read More »To the UNCR Head Office in Geneva: Oromo Refugees Kidnapped from Djibouti
Dear Madam/Sir, the Oromo Human Rights and Relief Organisation known as “Oromo Menschenrechts und Hilfsorganisation “OMRHO e.V. in German language is a non-political and …
Read More »Araara nuy kanaan dura yaadine Mummee Ministeerichaa Waliin haasofine (my personal note)..
Click here to read………Discussion with PM
Read More »Gaaddiidduu Jaaramayaa Farra Sabboonummaa Oromoo (kutaa shanaffaa)
(Xannacha Keeysaa Kan Qabsoo Bilisummaa Oromoo ABOn Hogganamtu Quucarse) 7. Dhaabbii Galaasaa Dhimma Shororkeessuummaa irratti Akkummaa beekkamuu Bin Laden bara 1991 hangaa 1996-tti biyyaa Sudan …
Read More »Irra Deddeebi’anii Himaniif Sobi Dhugaa Hin Ta’u (Sirreessa Gaaffii fi Deebii Obbo Daawud Ibsaa)
Adoolessaa 2014 Labsa Waxabajjii 28, 2014 baasaniin, dhaabotni SHG-ABO fi QC-ABO “jedhamuun beekamaa turre gargarummaa nu gidduu jiru furannee, dhaabicha deebisnee tokkoomsuu keenya ummata Oromoo, …
Read More »Akkuma barame akka aadaa isaa korii Bashannana ABO Amerika Kaabaa kan bara 2014 milkiin xumurame jedhu
Korri Gamtaa Miseensota Adda Bilisummaa Oromoo fi akkasumas kan Hawaasaa Hagayya 6 hanga Hagayya 9tti Magaalalee Lakku (Minneapolis fi Saint Paul) keessatti geggeffamaa ture murti ejjennoo …
Read More »HUMNA BARREESSUU KEESSA JIRUUN GALAANA GUDDAA SOCHOOSUU DANDEENYA!!
Beekan Gulummaa Irranaa jedhama. Lixa Oromiyaatti dhalate. Barnoota digirii jalqabaa Yunivarsiitii Jimmaatti xumuree isumaan barsiisummaaf Yunivarsiitii Amboo seenee barsiisaa turuun barnoota digirii lammataatiif Yunivarsiitii Finfinnee …
Read More »Dur Kilaashii baadheen diinatti qaxxisa, amma CILEE gubeen ilmakoo guddisa..
Dur Kilaashii baadheen diinatti qaxxisa, amma CILEE gubeen ilmakoo guddisa, humnikoo nadhumtee laaftee mogoleenkoo, osoodhuman jooruu fagaatte barrikoo, ganna kudha torbaa lammiikootiif jooree, baddaafi gammoojjii …
Read More »Kana beektuu laataa?
Gadaa Boruutiin * Dubartii waa sagaliin horatu!~ Sadi gorsaan~ Sadi obsaan~ Sadi dhoksaan * Ilmi namaa haala jireenya isaatiin bakka saditti qoodama! ~ Tokko kan …
Read More »Biyya Misraa Magaalaa Cairo keysatti warra Akhwaan Al-Muslimuuna fii Waraana Motummaa gidutti jeequmsa Umameen Namni 5 du`ee namni 70 madaawee jira.
Hagayya 14/2014 magaalaa Cairo keysatti Warri bara dheengadda Aangorra arihataman “Akhwaan Al-Muslimuun ” Dhumaatii Raabia Al-Adawiyya fi Medaan Al-Nahadaa “yaadachuuf Hiriira guddaa qopheysaniin walitti bu`inssi …
Read More »