Barreessaan Betru Dibaba Federaaliizimiin Itoophiyaa Mootummaa Federaalaa fi Naannooleen kan caaseffame dha, Heera Federaalaa keewwata 50(1). Federeeshinii kana keesatti qaamoleen taayitaa sadan; seera tumuu, seera raawwachiisuu …
Read More »Wixineen labsii faayidaa addaa naannoon Oromiyaa Finfinneerraa argattu murteessu ifoome.
Faayidaa addaa naannoon Oromiyaa magaalaa Finfinneerraa argattu ilaalchisee wixineen labsii qophaa’e ifoome. Heera mootummaa biyyattii keeyyata 49 keeyyata xiqqaa 5 irratti naannoon Oromiyaa faayidaa addaa …
Read More »OMN: Jijjiiramuu Tartiiba Qubee Afaan Oromoo Ilaalchisee Dr. Abdusamd Mohammed waliin..
Dirmannaa Gargaarsa namoomaa
OMN: Gabaasa Addaa ( Maatii Musxafaa Huseen) Caamsaa 29, 2017
“shiraa fii daba moraa qabsoo Oromoo keessatti deemaa jira saaxiluurraa if duuba hin deebi’u” Hangaasaa Ibraahim
“Miidiyaan dhugaa ONN jedha Pro. Asaffaa Jaalataa”
https://youtu.be/RfZ-eP3s4pg
Read More »Wajjira Dhimma Dubartootaa fi Daa’imman Godinaa Hararge Baha.
Karoora Gabaaba Konfaransii Sosochii Dhabamsiisa BMG fi MKB Irrtatti qophaa’ee Camas 2009 Harar Sensaa Akka addunyaatti rakkoowwan dubartoota irra gahaa jiru maqsuuf waligalteen …
Read More »Karoora Ayyanaa Hundeeffama Liigii Dubartoota Dh.D.U.O waggaa 9ffaa itti Gaggeefamu
Waajjiira Dh.D.U.O Go/H/Bahaa Caamsaa 2009 Harar Seensa Dhaabni keenya Dh.D.U.O.hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartoota gama hundaan mirkannahu akka danda`u akkasumaas waltajjiin gabaasa dubartoota tahee …
Read More »Karoora konfaraansii Sosochii Hawaasaa Sadarkaa sadarkaan Barmaatilee miidhaa Geessisan maqsuuf qophaa’ee
Camsaa 2009 Seensaa Barmaatilee miidhaa geessisan akka aadaa hawaasa tokkotti ilaalmuudhan dhaloota dhalootaatti darbuudhaan daran baratamaa kan deemanidha. Barmaatileen kun yeroo dheeraaf dhaloota irraa …
Read More »